Proverbs 26:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini isa ch'ufti dansa fakaati, ammo atini waan suni ind'ugeefatini; wonti akanatiifi garaa isaa woma hamtu ch'allati guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin isaa yoo sitti tolellee isa hin amanin; battummaa torbatu garaa isaa guuteeraa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaadi hamaan torba waan gadhaa isaa keessa guuteeruuf, yennaa inni afaan laafee dubbatu, isa hin dhugeeffatin.