Proverbs 26:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami boola qayyaane namaa qotu ufumaa keesa bua, ammalle nama d'akha gaara iraa ga kayule d'akhuma suniti ch'arasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka boolla qotu ufumaa itti kufa; ka dhagaa gangalchu isumatti gara gala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami boolla namaaf qotu, ifumaafuu keessa hin bu'a. Nami dhakaa namatti konkolaachisulle, dhakaan sun deebi'ee isuma irra hin konkolaata.