Proverbs 26:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini daalle ergatte, D'aamsa na himi jetteeni, atini akuma nama ufi gaargalche miila ufira kutu jirta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gowwa'aan ergaa erguun akka waan luka ufii muru'uu yookaan rakkinna ufitti fidu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami nama gowwaa ergatu, akka nama miila ifi irraa muree rakkinna ifitti fiduu ti.