Proverbs 26:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mammaasi daalle, akuma nama miila naafate, woma imbaanefiini, deemu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mammaanni gowwaan mammaaku akka luka naafatee rarra'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fakkeenni afaan gowwa'aa keessaa bawu, akka miila naafatee rarra'uu ti.