Proverbs 26:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami daalle guddise owise, akuma nama d'akha gullubaani darbani gulluba keesati hid'u jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gowwa'aa ulfinna kennuun akka dhagaa furaanfurrisatti hidhu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama gowwa'aaf ulfinna kenniis, akka nama looyya'atti dhakaa hidhuu ti.