Proverbs 26:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daalleeni mammaakhu akuma nama farso d'uge machae, qorati harka keesa fud'atu, jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mammaanni wollaalaan mammaaku akka qoree harka machaaya'aa jirtuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fakkeenni afaan gowwa'aa keessaa bawu, akka qoree harka nama machowa'aa keessa jirtuu ti.