Proverbs 27:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami wo beekhu yo aka gaargali iti d'ufu argu duraa gora. Ammo nami woma imbeenne eegi keesa seene ufii gaaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni uf eeggatu balaa argee dhokata; ka hubannaan hanqateef garuu dhaqee itti miidhama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qalbeeffataan waan hantuu dhaggee duraa baqata; nami hubantii hin qanne ammoo ittuma ideemee, rakkoo keessa seena.