Proverbs 27:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami aka male daallae nama fuula imbeenneni, Anati gati si baasa jed'u, hori isaa aka qabdoti iraa fuud'u malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama nama hin beekkamneef wobii ta'e irraa qabdii fudhadhu; haga waan namni hin beekkamne sun fudhate deebisutti uffata san qabadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama alaga'aaf wobii te'e woyaa irraa mulqadhu; haga inni waan alagaan fudhate san deebisutti woyaa san qabadhu.