Proverbs 27:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo mukha oda qorqorate mid'aani isaa nyaata, ammalle nami abba isaa qorqoratuleeni gurra dansa argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka muka hurbu'uu kunuunsu daraaraa isi'ii nyaata; ka gooftaa ufiitii hojjatu ulfinna argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami muka harru'uu kunuunsu midhaan isi'ii hin nyaata; nami goottaa ifii eegulle ulfinna hin dhaggata.