Proverbs 27:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi horiini waan bara tokofa d'abani. Hayyuleeni haga jiru jireenna intau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Durummaan bara haga bara baraa waan hin jiraanneef; gulloonillee dhalootaa gara dhalootaa hin darbu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille durummaan haga bara baraa hin jiraatu; kallachille dhalootaa dhalootatti hin dabaru.