Proverbs 27:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dallansuuni waan hamtu, waan wo balleesati, ammo d'iibiini waan hagasi iraati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aariin garjabeenna; lolli akka lola'aati; garuu eentu hinaaffaa afoo dhaabatuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mufiin gadhi-jabeenna; aariin lola'a; hinaaffaa dura ammoo eentu dhaabbatuu dande'a?