Proverbs 28:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi ato nami ingussine ufumaani baqata, ammo nami d'ugaa janna aka nyeench'ati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan uduu eennullee isa hin ariine dheessa; balchaan garuu akka leencaa onneen isaa guutu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan adoo nami hin ari'in baqata; nami balchaan ammoo akka neenqaa ifi addata.