Proverbs 28:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami nama d'ugaa qajeela sobe waan hamtu keesa buusu, ufumaa boola keesa ufi buusa, ammo nami ch'ubbu inqamne takaa tana waan dansa d'aala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka qajeellota gara karaa hama'aa masakku; boolla ufii qote seena; qulqulloonni garuu waan mishaa dhaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami nama qajeelaa karaa hama'atti geessu, boolla ifumaa qote keessa hin bu'a; nami komii hin qanne ammoo waan dansaa hin dhaala.