Proverbs 28:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dureesi hojja ch'ufa qaro ufi seha, ammo hiyyeesi wobeekhu aka qaroomi isaa sunini d'ara inarga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dureessi ogeessa uf seeya ta'a; hiyyeessi hubataan garuu qoree isa beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami dureessi qaroo ifi seya; hiyyeessi hubantii qabu ammoo qorqoree keessa isaa hin beeka.