Proverbs 28:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana isati ka AABBO Waaqa sodaatu, ammo nami mata jabaate wodidu inuma bada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hennaa maraa Rabbiin sodaatu eebbifama'a; namni mataa jabaatu garuu rakkinna irratti kufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami yennaa mara Mootii Waan Maraa sodaatu ka gammade; nami mataa jabaatu ammoo rakkinna keessa gala.