Proverbs 28:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ch'ubbichi lafa mohatu hiyyeesi waan tahu inqabu, inni akuma nyeench'a itanu yokhaani gorjama dutu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan garjabeessi banii gargaarsa hin qabne irratti mooye; akka leenca aaduu yookaan akka doobbaa utaalee qabuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan hamaan worra qarqaarsa hin qanne irratti akka neenqa dhangaa dhowuu yookiin akka doobbaa hiixatee woy qabuu ti.