Proverbs 28:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami daalleeni lafa mohatu nama dabse, irreeni nama bulcha, ammo nami daba didu bara heddu lafa fida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaa garjabeessa waa wol bira qabu'utu hanqataan; ka faayidaa haala malee argamu ceem'u garuu umuriin isaa hin dheerata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan hubantii hin qanne akka malee nama cunqursa. Ka bu'aa haqa hin te'in jibbu ammoo bara dheeraa hin le'a.