Proverbs 28:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'uga gula deemu waan hamtu jalaa baha, ammo nami ch'ubbu gula deemu diirama jige bada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama adeemsi isaa mudaa hin qabne wonti hamaan isa hin argatu; ka karaan isaa micciirama'aa garuu dimmaa kufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami komii hin qanne waan hantuu irra hin bu'u; nami micciiramaan ammoo dedhuma jiga.