Proverbs 28:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami oobru ufi qotatu sagale ind'abu, ammo nami waan woma imbaane gula yau inhiyyoomata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka lafa ufii qotatu nyaata irraa hafaa argata; ka abdii gatii hin qabne qabatee deemu garuu hiyyummaa dhaala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami lafa qotatu sagalee bacaa hin qabaata; nami waan bu'aa hin qanne hordofu ammoo hin deega.