Proverbs 28:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'uga gula deemu haga jiru ch'ufa nagaya qaba. Ammo nami yoosu wohorachu fed'u, gaargala keesa seenu male intau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni amanamaan guddisee eebbifama; ka durummaa argachu'uuf jarjaru garuu adabbii jalaa hin bayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami addatamaan guddoo hin eebbifama; nami durumma'aaf ariifatu ammoo adoo hin adabamin hin hafu.