Proverbs 28:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami, Akani ch'ubbuniti jed'e abbaafi haad'a ufi iraa wo hatu wahela nama woyakuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni abba'aa fi haadha ufii jalaa waa hatee «Kun balleessa'aa miti » jedhu inni goshoo nama waa balleessuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami abbaa ifii yookiin haadha ifii saamee, «Kun dokonkoraa moti» jedhu, inni jaala nama woy balleessuu ti.