Proverbs 28:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hiyyeesa wo kennu woma ind'abu, ammo ka hiyyeesa laalu didu abaarsa heddu argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hiyyeeyyi'ii kennu hin rakkatu; ka isaan argee akka waan hin arginee ta'u garuu abaarsa heddutu irra gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hiyyeessaaf kennu womaa hin dhabu; nami hiyyeessa ilaalee lakkisu ammoo abaarsa hedduu fudhata.