Proverbs 28:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan hamtu tolchu d'uga imbeekhu, ammo nami AABBO Waaqa gula deemu aka dansa waan isii hubata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeeyyiin haqa hin hubatan; worri Rabbiin barbaadan garuu guutumatti beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan haqa hin beeku; worri Mootii Waan Maraa barbaadatu ammoo guutumaa guutu'utti haqa beekan.