Proverbs 28:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gati namaa kenne, ammalle kara dabatani tirfi iraa fud'atu, mari marsi hori isaa nama hiyyeesa nahuti fud'ata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni horii ufii dhala gudda'aan kuufatu; nama biraa ka hiyyeessaa garaa laafuu kuusa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami liqaa dhala gudda'aatiin qabeenna ede'atu, nama hiyyeessaa nawuuf hin kuusa.