Proverbs 29:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami namuma ijeesu ch'alla barbaadu, nama d'ugaa injibba, ammo nami qajeelani nama akana kana qorqorate lubbuu baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni dhiiga namaa dheebotan nama haqaa jibban; qajeelaa ajjeesuu barbaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti dhiiga namaa dhangalaasanu, nama dhugaammessa jibban; nama qajeelaa ijjeesuu barbaadan.