Proverbs 29:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waheli hattu ufuma balleesa, inni, ato aka abaarsa Waaqa ira argatu beekhu, d'uga dubbachu dida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni shariika hattu'uu ufumaa diina ufitti ta'a; akka kakatee ragaa ta'u gaafatama; garuu ija jabeennaan dhugaa hin dubbatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami jaala hattu'uu te'u ifi jibba; kakatee dhugaa akka bayuuf hin gaafatama; dhugaa bayiisaaf ammoo inni itti hin gamu.