Proverbs 29:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni aka hayyuuni worra jaalatu fed'a, ammo AABBUMA Waaqa ch'alla iraa d'uga argatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hedduu worra bulchan biratti fudhatama argachuu hawwan; namni garuu Rabbiin biraa haqa argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti hedduun bulchaa duratti fudhatama dhaggatiisa barbaadan. Nami ammoo muraa haqaa Mootii Waan Maraa biraa dhaggata.