Proverbs 3:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana keesa tirfi guddoti jira, ta qarsifi worqile ira jirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin ta meetii caalaa gatii fiddu; ta worqii caalaallee faayidaa argamsiiftu waan taateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan meetii caalaa bu'aa qaddi; worqii caalaalle fayyaddi.