Proverbs 3:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaroomi faaya d'akha ch'uch'uluqa iraa mid'aasanile ira jira. Wonti nami jaalatu ka isaani wolbira qabani injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin mi'a diimaa gatii gudda'aa caalaa mi'a'a; wonti ati hawwitu maruu ka isii gayu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan dooqa gatii guddo'oo caalaa gatii qaddi; waan ati halchitu keessaa ka isi'iin qixxawu hin jiru.