Proverbs 3:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi si qorqorate t'urura keesa buu si d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan hedoo kee ta'eef, akka lutti tee siibo'oon hin qabamne eega.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa addii waan sii te'uuf, miila keeti tiyyoo irraa hin eega.