Proverbs 3:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo dandeetu ch'ufa, nama qarqaarsaa male ch'ufa qarqaari.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra waan mishaa barbaadanii uduu waan mishaa isaanii godhuu dandeettu godhuu hin dhiisin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra wonni dansaan malteef, waan dansaa godhiisaaf adoo dandeettuu, waan dansaan godhiisa hin lakkisin.