Proverbs 3:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama nama tufatu tufate, ammo nama nama intufanne eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni worra murugutti hin balda; worra kaso'oof garuu gaachena kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra murgutti hin murga; worra gad ifi qabuuf badhaadha hin kenna.