Proverbs 3:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan lafti tante sii baaftu dadansa ch'ufa AABBO Waaqaa baasi, akasiini isa guddisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin durummaa keetiin, midhaan kee maraa keessaa ka duraa kennu'uun kabajji.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qabeenna keetiin, midhaan keeti mara keessaa mataa kenniisaan, Mootii Waan Maraatiif ulfinna kenni.