Proverbs 30:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama namaa hojatu nama inni hojatufi d'at'e hameenna isaa dubbate akasiini iyyakini. Yo akasi taate abaarsa argatte gaargala fa keesa seenta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Garbicha gooftaa isaa afo'otti hammeennaan hin kaasin; yoo kana hin taanee si abaaree miidhaan si irra gayaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tajaajilaan akka si hin abaarre, atille akka hin rakkanne, marroo tajaajilaa tokkoo goottaa isaatitti isa hin hamatin.