Proverbs 30:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami garileeni ka nama dansa ufi sehu, haga nami gorticha ch'ufa gorticha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri akka qulqullu'uutitti uf laalan; ka ufii garuu battummaa ufii irraa hin qulqulloofne hin jiran;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qulluu ifi seyanee, ka battummaa ifii irraa hin qulqulloomin hin jiran.