Proverbs 30:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ulanulti afaani gama lachu qabdi, lachu kenni jed'ani, d'iiga hori t'uut'ani. Waan afuriti jira ka haguma jirtu woi inquumne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ulaa'ulli ilmoolee dhaltuu lama qabdi; isaan, «nuu kenni! nuu kenni!» jedha'aa iyyan; wonti sadihii ka sirima hin quufnetu jira; ka sirima «Na gayee» hin beenne afur;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ulaa'ulti ijoollee durraa ta, ‹Kenni! Kenni!› jedhaa iyyitu lama qaddi; ‹Ijjumaa quufe› ka hin jenne waan saditti jira; ta arfeesso'oolle ijjumaa ‹Na geye› hin jettu: