Proverbs 30:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan afuriti jira, ka aka male na mamsiise anini waan isii hubachu dad'abe;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Wonti sadihii ka guddisee na maalalchiisutu jira; arfaffaa garuu hin hubadhu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Wonni na baaseffachiisu sad yookiin afur ta hubatiisa hin dandeennetti jiraayyu;