Proverbs 30:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
risa waaqa gubba barisu, bofa d'akhaa ira lohu, hobolo baariini keesa deemtu, jaalala d'iirafi nad'eeni woli jaalatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaan bajjaa samii gubba'a; karaan bofaa dhagaa keessa; karaan markabaa galaana irra; karaan namaallee ijoollee intalaa woliin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaanille, karaa risa'aa ka gubbaa irraa, karaa bofaa ka rassaa irraa, karaa hobolo'oo ka abbaayaa irraatii fi karaa dhiirtii fi dubartiin wol jaalatanu.