Proverbs 30:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini akuma bineensa jira namomitini na keesati inhamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani nama maraa caalaa gowwa'a; hubannaa namni qabu ani hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani nama mara caalaa daafana'a; hubantii nami qabu ani hin qabu;