Proverbs 30:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensa t'ut'unicha afuriti, ka aka male wo beekhu, lafa keesa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Lafa irra waan didiqqoo afurtu jira; ta'anillee isaan guddisanii ogeeyyi'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Wonni didiqqoon afur, ka guddoo qaroo te'an biyya lafaa irra jiran: