Proverbs 30:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti taka gara Waaqa d'aqe ga deebie? Eenuti taka bubbe harka ufitini qabe? Eenuti taka woya ufitini bisaani hid'e? Eenuti taka daari lafaa mid'aase? Nama suni maqa isaatiifi ka ilma isa beeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka gara sami'ii ol baye; ka gad bu'e eennu? ka qilleensa harkaan cum'ee qabe eennu? ka uffataan bisaan mammaree qabe eennu? ka daangaawwan lafaa maraa murteesse eennu? maqaan isaa eennu? maqaan ilma isaa hoo eennu jedhama? yoo ka beettuu mee natti himi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka gara ol-gubba'aa ol dhaqee gad deebi'ee dhufe eennu? Ka qilleensa harka ifiitiin wolitti qabe eennu? Ka bisaan woyaa ifiitiin mare eennu? Ka qaccee lafaa mara jabeessee dhaabe eennu? Maqaan isaa eennu? Maqaan ilma isaa eennu? Ati yoo beettu teete, natti himi!