Proverbs 30:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kiyyibu na d'owi, ammalle dureesafi hiyyeesale tahu na d'owi, ammo woma anini nyaad'e d'ugu ch'alla naa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sobaa fi kijiba dubbachuu na irraa fageessi; hiyyumma'aa fi durummaallee naa hin kennin; buddeenuma guyya'aa callaa naa kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sobaa fi dhara dubbatiisa na irraa fageessi; sagalee guyyuma guyya'aan naa barbaachittu naaf kenni malee, durumma'aa fi hiyyummaalle naa hin kennin.