Proverbs 31:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini akuma hobolo daldaltu ta lafa fagooti sagaleeni d'uftu, lafa fagooti sagaleeni d'ufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka markaba daldaltu'uutitti nyaata ufii fago'oo wolitti qabdi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin akkuma hoboloota gugurdoo daldaltootaa, biyya fago'oo irraa sagalee fiddi.