Proverbs 31:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini d'aamochale insodaatu, wonti akanatiifi worra isii ch'ufa ya woya d'aamocha d'owartu mid'aasite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo baradaa roobe maatii ufiitiif hin shukultu; maruu waan uffata diimaa uffataniiraniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatiin isi'ii martinuu woyaa qorra nama irraa dhooggitu waan qabanuuf, yennaa rooba dhaka'aa isaaniif hin yaaddottu.