Proverbs 31:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'u, nad'eeni hedduti dansaani jira, ammo ch'ufa siti ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dubartoonni hedduu waan mishaa godhaniiran; ati garuu isaan maraa hin caalta.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dubartooti hedduun waan dansaa hujaneeran; ati ammoo isaan mara hin caalta» jedhaan.