Proverbs 31:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lemueli, na ch'aqasi, hayyooti sila daad'i d'udde farsoo d'arau himmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Limu'eeli! Mootonni waan kana godhuu isaan hin barbaachisu; mootonni daadhii woyini'ii dhuguu; bulchoonni dhuddoo macheessu dharra'uu isaan hin barbaachisu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Lemu'el, moototi daadhii woyni'ii unuu hin qabanu; bulchitootille untoo nama macheessitu unuu hin qabanu.