Proverbs 4:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani tiyya waan abbaani keesani isaniti himu ch'aqasa, jabeesa gula deema, iraa woi barad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee tiyya! gorsa abba'aa dhagayaa'a; qalbi'iin caqasaa'a; hubannaa horii godhadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan tiyya, gorsa abbaa keessanii caqasa'a; itti xiyyeeffadha'aatii, hubantii dhaggadha'a.