Proverbs 4:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaatafi d'ugaatini worraa hameennaafi woldida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Buddeena hammeennaa nyaatan; daadhii woyini'ii ka hunnaan namatti ka'u'uu dhugan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan sagalee hammeennaa nyaatan; daadhii woyni'ii ta hunnaan nama irratti ka'iisaa unan.