Proverbs 4:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Karaani worra d'ugaa akuma biiftu ganama ifsa, ta haga lafti guyyatuti ifsuma ifsitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaan worra balcha'aa akka ifa haga guyyaa guutu'uu ifa'aa deemuu ka akka gagaarrinna ganamaati;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daandiin balchoole'ee akka ifa barii ganamaa, ka haga orra'aatitti ifaatuma ideemuu ti.