Proverbs 4:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini nama hubatu ch'ufa fayyaafi jireenna kennitifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isii argatuuf jireenna, qaama namaa maraafuu fayyaa waan taateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worra isaan dhaggatuuf jiru'u; nafa isaanii maraaf fayyinna.